##MMWO Onkoloolessa 3,2015
…………………………………………………
Bu’aa Qormaata Barreeffamaa
………………………………………………….
Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa ogeessota gargaaraa abbaa seeraaf dorgomuuf fedhii qaban beeksisa baasuun galmeessee dorgomsiisaa kan jiru ta’uun ni beekama.
Bu’uuruma kanaan bu’aa qormaata barreeffamaa ILQSO irraa nu qaqqabe ( dhiira 152 fi dubartii 43) kan isiniif maxxansine ta’uu ibsaa dorgomtoota qabxii hangam argatantu calallii itti aanutti darba kan jedhu yeroo dhiyootti kan isin beeksifnu ta’uu ni hubachiifna.
MMWO October 8,2022
……………………………………………………
Written Examination Results
………………………………………………
The Supreme Court of Orissa is issuing an advertisement for professionals interested in applying for the post of Assistant Attorney General.
Accordingly, we have published the results of the written examination received from ILQSO ( 152 males and 43 females) and we will inform you soon how many candidates scored to advance to the next screening.