Siinqee Bank Call For Interview Session

  • Anywhere
Siinqee Bank Call For Interview Session

Waamicha Qormaata Gaaffii Qomaa (Interview)

Kaadhimamtoonni maqaan keessan armaan gaditti tarreeffame Gita hojii “graduate Trainee”

irratti Baankii Sinqeetti Qacaramuuf Qormaata Barreeffamaa fudhattanit qabxiilee argattan

irratti hundaa’un Gaaffii Qomaaf (Interview) kan dabartan ta’uu beektanii, kaadhimamtoonni

  • tartibni maqaa keessanii 1-117tti jiru, Gaafa 02/02/2015,
  • kan tartibni Maqaa keessanii 118 – 234 tti jiru immoo gaafa 03/02/2015 Ganama sa’aati 2:00 irraa jalqabdanii Waajjira Muummee

Baankii Siinqee kan Kaasanchis Gamoo Odaa irratti argamutti Gaaffii Qomaatif akka

dhiyaattan isini beeksisna.

Hub. Kaadhimamtoota guyyaa jedhameen alatti dhufan hin keessummeessinu

Kaadhimamtoonni maqaan keessan armaan gaditti tarreeffame Gita hojii “graduate Trainee

Waamicha-Qormaata-Gaaffii-Qomaa-1

error: Content is protected !!