Gadaa Bank S.C | 10 positions

Full Time

Gadaa Bank wants to hire qualified applicants to the following positions

Note that:

• Interested applicants who only fulfill the set requirements are invited to apply via email
address gadaabank22@gmail.com within the set deadline.
• Scanned application, CV along with complete set of credential documents & work
experience shall be attached to the email address.
• The Bank has full right to cancel or take any other alternative in this regard.
• Only short listed applicants will be communicated for interview and/or exam.
• All documents should be scanned in pdf or docx formats only and size of the documents
should be less than 2.5 MB.
• Single applicant should have to send only one time by listing different cities interested on
application for different vacant place.
• Not fulfilled document is not acceptable.
Hubachiisa.
• Ulaagaalee bakka hojii banaa kan guutuu fi feedhii guutuu kan qabu karaa, guyyaa jedhame
keessatti iyyata fi ibsa dhuunfaa (CV), ragoolee baruumsaa, leenjii fi muuxannoo jiran wal
qabsiiftanii karaa gadaabank22@gmail.com akka ergitan afferramtaniittu
• Bakka banaa kana dhiisuu yookiin filannoo biraa fayyadamuuf Baankiin mirga guutuu qaba.
• Namoota ulaagaalee baankiin fayyadamuun filataman qofatu qormaataaf yookiin afgaaffiif
dhihaatu.
• Ragooleen hunduu kan ergaman soft copy isaanii walumaa galatti kan 2.5MB kan hin caalle tahee
bifa pdf yookiin docx tiin ergamuu qaban.
• Namni dhuunfaan tokko bakka garaa garaa fi bakka banaa garaa garaa irratti erguu yoo barbaade
iyyata isaa irratti yeroo tokkotti bakkaa fi bakka banaa fedhii isaa tarreessuun galchuu qaba.
• Ragoolee kukkutanii erguun ragaan keessaa hafuun waan maluuf, ragooleen ergitan fuula banaa
tokko irratti kan wal qabate tahuu qaba.
• Ragaa gutuu hin taane fudhatama hin qabu.
ማሳሰቢያ
• ክፍት የሥራ መደቦች የሚታሟሉ እና ፍላጎት ያላቸው በተቀመጠው ጊዜ ውስጥ የሥራ ማመልከቻ፤ CV፤
የትምህርትና ስልጠና ማስረጃዎች፤ የስራ ልምድ ማስረጃ በመያያዝ gadaabank22@gmail.com እንዲትልኩ
ተጋቢዛቸዋል፡፡
• ባንኩ ክፍት የስራ ማስታወቂያ ሙሉ በሙሉ ወይንም በከፍል የመሰረዝ ወይንም ሌላ አማራጭ የመጠቀም
መፍት አለው፡፡
• ባንኩ በሚጠቀመው መስፈርት መሰረት የተመረጡ ተወዳዳሪዎች ብቻ ለቃለ መጠየቅ ይቀርባሉ፡፡
• የሚላኩ ማስረጃዎች በአጣቃላይ 2.5MB መብለጥ እንደሌለበት እና በpdf ወይንም docx መልክ መላክ አለበት፡፡
• አንድ አመልካች በተለያየ የስራ ቦታዎች እና ክፍት የስራ ቦታዎች ማመልከት ከፈለገ በአንድ ማመልከቻ ብቻ
የፈለጉትን የስራ መደቦች እና ቦታዎች በመዘርዘር መላክ አለበት፡፡
• የሚላኩ ማስረጃዎች በአንድ ገጽ መግቢያ ላይ በመያየዝ እንዲላክ እና
• ያልተሟላ ማስረጃ ተቀባይነት የለውም፡

To apply for this job email your details to gadaabank22@gmail.com

error: Content is protected !!