Siinqee Bank S.C call for Written Exam

  • Anywhere

Beeksisa
————–
Kaadhimamtoonni maqaan keessan asirratti tarreeffameeru gita hojii “IT-Graduate Trainee” irratti dorgomtanii qormaata barreeffamaaf calallii waan darbitaniif gaafa guyyaa 30/02/2015 Waaree booda sa’aatii 7:00 irratti mooraa Yuunivarsiitii Finfinnee kaampaasii daldalaa naannoo Sangaa taraa jedhamutti gamoo Biiftuu fuulduratti argamuun qormaata akka fudhattan isin beeksifna jedhu warri baankii Siinqee! “share” godhaa!
Advertisement

————–

Candidates whose names are listed herein have passed the written examination for the post of “IT-Graduate Trainee” and will take the examination on 30/02/2015 at 7:00 pm in front of the Sun Building at the campus of the University of Finland we will let you know to take it, say the Siinqee bank! “share” it!

error

Follow us:)

error: Content is protected !!